-
Isaayyaas 2:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Biyyi isaanii waaqolii gatii hin qabneen guutameera.+
Isaan hojii harka isaaniitiif,
Wantuma qubni isaanii tolcheef ni sagadu.
-
-
Ermiyaas 2:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sabni warra waaqolii hin taaneen waaqolii isaa jijjiiree beeku jiraa?
Sabni koo garuu wanta faayidaa hin qabneen ulfina koo jijjiireera.+
-