1 Mootota 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Hiiraam mootiin Xiiros+ yeroo hunda michuu Daawit waan tureef,* Solomoon bakka abbaa isaa mootii taʼee akka dibame yommuu dhagaʼu tajaajiltoota isaa gara Solomoonitti erge.+
5 Hiiraam mootiin Xiiros+ yeroo hunda michuu Daawit waan tureef,* Solomoon bakka abbaa isaa mootii taʼee akka dibame yommuu dhagaʼu tajaajiltoota isaa gara Solomoonitti erge.+