Maatewos 12:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Mootuun kibbaa ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef,+ yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee itti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+ Luqaas 11:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Mootuun kibbaa+ ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef, yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee isaanitti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+
42 Mootuun kibbaa ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef,+ yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee itti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+
31 Mootuun kibbaa+ ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef, yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee isaanitti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+