Luqaas 11:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Mootuun kibbaa+ ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef, yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee isaanitti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+
31 Mootuun kibbaa+ ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef, yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee isaanitti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+