LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 10:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Mootichi Yerusaalem keessa meetiin akkuma dhagaatti baayʼinaan akka argamu godhe; mukti gaattiraas akkuma muka harbuu isa Shefelaa keessa jiruutti baayʼinaan akka argamu godhe.+

  • 1 Seenaa Baraa 27:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Mukeetii ejersaa* fi mukeetii harbuu+ warra Shefelaa+ keessatti argaman irratti Baʼaal Hanaan Geederichi ajajaa ture; iddoo zayitiin kuufamu irratti immoo Yoʼaas ajajaa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi