LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 11:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ahiyaanis uffata haaraa uffate sana qabee bakka 12tti tarsaase. 31 Achiis Yeroboʼaamiin akkana jedhe:

      “Erbee kurnan kana ofii keetiif fudhadhu; sababiin isaas, Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Kunoo, ani mootummicha harka Solomoon irraa tarsaasee, gosoota kudhan siif nan kenna.+

  • 1 Mootota 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, Yeroboʼaam haadha manaa isaatiin akkana jedhe: “Maaloo, kaʼiitii eenyu iyyuu haadha manaa Yeroboʼaam taʼuu kee akka hin beeknetti of jijjiiriitii gara Shiiloo dhaqi. Kunoo, Ahiyaan raajichi achi jira. Ani saba kana irratti mootii akkan taʼu kan dubbate isa dha.+

  • 1 Mootota 14:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ahiyaanis utuu ishiin gara balbalaa dhufaa jirtuu, akkuma sagalee kottee ishii dhagaʼeen akkana ishiidhaan jedhe: “Yaa haadha manaa Yeroboʼaam, ol seeni. Eenyummaa kee kan dhoksite maaliifi? Ani ergaa cimaa akkan sitti himu ajajameera.

  • 1 Mootota 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababii kanaatiif, ani mana Yeroboʼaam irratti badiisa nan fida; Israaʼel keessaa warra gargaarsa hin qabnee fi warra dadhaboo dabalatee dhiira* kan Yeroboʼaam taʼe hunda nan balleessa;* akkuma namni tokko faandoo haxaaʼee balleessuttis mana Yeroboʼaam+ haxaaʼee nan balleessa!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi