-
1 Mootota 11:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroboʼaam kun nama dandeettii guddaa qabu ture. Solomoonis dargaggeessi kun nama jabaatee hojjetu taʼuu isaa yommuu argu, tajaajila dirqamaa mana Yoseef keessatti hojjetamu hunda irratti ilaaltuu ol aanaa isa godhe.+
-