2 Saamuʼel 20:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Adoraam+ warra hojii dirqamaa akka hojjetaniif filataman irratti aangoo qaba ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture. 1 Mootota 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ahishaar mana mootichaa irratti itti gaafatamaa ture; Adoniraam+ ilmi Abdaa warra hojii dirqamaa akka hojjetan filataman+ irratti itti gaafatamaa ture.
24 Adoraam+ warra hojii dirqamaa akka hojjetaniif filataman irratti aangoo qaba ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture.
6 Ahishaar mana mootichaa irratti itti gaafatamaa ture; Adoniraam+ ilmi Abdaa warra hojii dirqamaa akka hojjetan filataman+ irratti itti gaafatamaa ture.