LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 12:21-24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Rooboʼaamis yommuu Yerusaalem gaʼu, mana Israaʼel waraananii mootummaa Rooboʼaam ilma Solomoon akka deebisaniif, yeruma sana guutummaa mana Yihudaa fi gosa Biiniyaam keessaa loltoota leenjiʼan* 180,000 walitti qabe.+ 22 Achiis dubbiin Waaqa dhugaa akkana jedhu gara Shemaayaa+ isa nama Waaqa dhugaa taʼeetti ni dhufe: 23 “Rooboʼaam ilma Solomoon mootii Yihudaatiin, guutummaa mana Yihudaa fi mana Biiniyaamiin, akkasumas namoota hafan kaaniin akkana jedhi: 24 ‘Yihowaan, “Isin Israaʼelota obboloota keessan taʼan waraanuuf ol hin baʼinaa. Ani kun akka taʼu waanan godheef, tokkoon tokkoon keessan gara mana mana keessaniitti deebiʼaa” jedha.’”+ Kanaafuu, isaan dubbii Yihowaatiif ajajamuudhaan akkuma Yihowaan isaaniin jedhetti gara mana mana isaaniitti deebiʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi