-
2 Seenaa Baraa 11:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Rooboʼaamis Yerusaalem keessa jiraachaa, Yihudaa keessatti magaalota dallaa dhagaa qaban ni ijaare.
-
-
2 Seenaa Baraa 11:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kana malees, inni iddoowwan dallaa dhagaa qaban sana ni cimse; ajajjootas isaan keessa ni kaaʼe; soorata, zayitii fi daadhii wayiniis achi keessatti walitti ni qabe;
-