1 Seenaa Baraa 22:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Hojjettoonni hedduun, jechuunis, warri dhagaa bocan, warri dhagaadhaan ijaaran,+ anaaxonnii fi hojjettoonni dandeettii hojii gosa hundumaa qaban sii wajjin jiru.+
15 Hojjettoonni hedduun, jechuunis, warri dhagaa bocan, warri dhagaadhaan ijaaran,+ anaaxonnii fi hojjettoonni dandeettii hojii gosa hundumaa qaban sii wajjin jiru.+