-
2 Seenaa Baraa 33:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yihowaan irra deddeebiʼee Minaasee fi saba isaatti kan dubbate taʼus, isaan garuu hin dhageenye.+
-
-
2 Seenaa Baraa 33:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Innis yeroo dhiphatetti, isa biratti fudhatama argachuuf Waaqa isaa Yihowaa ni kadhate; Waaqa abbootii isaa durattis akka malee gad of ni qabe.
-