2 Seenaa Baraa 11:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroboʼaamii fi ilmaan isaa Yihowaadhaaf luboota taʼanii akka hin tajaajille isaan ariʼanii waan turaniif,+ Leewwonni iddoo dheedichaa isaanii fi qabeenya isaanii+ dhiisanii gara Yihudaa fi gara Yerusaalem ni dhufan.
14 Yeroboʼaamii fi ilmaan isaa Yihowaadhaaf luboota taʼanii akka hin tajaajille isaan ariʼanii waan turaniif,+ Leewwonni iddoo dheedichaa isaanii fi qabeenya isaanii+ dhiisanii gara Yihudaa fi gara Yerusaalem ni dhufan.