-
1 Saamuʼel 25:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Gara guyyaa kudhanii booda, Yihowaan waan isa rukuteef Naabaal ni duʼe.
-
-
Hojii Ergamootaa 12:21-23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Guyyaa qophiin addaa godhame tokkottis Heroodis uffata mootii uffatee, barcuma murtii irra taaʼee uummatichaaf haasaa dhiheessuu jalqabe. 22 Namoonni walitti qabaman sunis, “Kun sagalee waaqaa ti malee, sagalee namaa miti!” jedhanii iyyuu jalqaban. 23 Heroodis Waaqayyoof ulfina waan hin kennineef yeruma sana maleekaan Yihowaa* isa rukute; innis raammoodhaan nyaatamee duʼe.
-