LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 13:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, Abiyaan raayyaa waraanaa loltoota jajjaboo leenjiʼan* 400,000 qabu fudhatee waraana dhaqe.+ Yeroboʼaamis loltoota jajjaboo leenjiʼan* 800,000 fudhatee isa waraanuuf tarree galee ni baʼe.

  • 2 Seenaa Baraa 26:11-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kana malees, Ooziyaan raayyaa waraanaa waraanaaf hidhate qaba ture. Isaanis garee gareedhaan gurmaaʼanii waraanaaf ni baʼu turan. Yeyiʼel inni barreessaa+ taʼee fi Maaʼaaseyaan inni geggeessaa taʼe, ajaja Hanaaniyaa isa bulchitoota mootichaa keessaa tokko taʼe jala taʼanii isaan ni lakkaaʼu, akkasumas ni galmeessu turan.+ 12 Guutummaan dura buutota manneen abbootii warri loltoota jajjaboo kana irratti aangoo qaban lakkoofsi isaanii 2,600 ture. 13 Loltoonni hidhatan warri ajaja isaanii jala turanii fi waraanaaf qophaaʼan lakkoofsi isaanii 307,500 ture; kunis humna waraanaa jabaa namoota diina waraanuu irratti mooticha gargaaran qabate dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi