2 Seenaa Baraa 14:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Aasaan raayyaa waraanaa namoota Yihudaa 300,000 qabate qaba ture; isaan gaachana guguddaa fi eeboo qabatanii turan. Gosa Biiniyaam keessaa loltoonni jajjaboon gaachana xixinnoo* fi iddaawwan qabatan* 280,000 turan.+
8 Aasaan raayyaa waraanaa namoota Yihudaa 300,000 qabate qaba ture; isaan gaachana guguddaa fi eeboo qabatanii turan. Gosa Biiniyaam keessaa loltoonni jajjaboon gaachana xixinnoo* fi iddaawwan qabatan* 280,000 turan.+