2 Seenaa Baraa 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan mootummicha harka isaa irratti ni cimse;+ guutummaan Yihudaas Yoshaafaaxiif kennaawwan ni fidu turan; inni soorumaa fi ulfina guddaas ni argate.+
5 Yihowaan mootummicha harka isaa irratti ni cimse;+ guutummaan Yihudaas Yoshaafaaxiif kennaawwan ni fidu turan; inni soorumaa fi ulfina guddaas ni argate.+