Miikiyaas 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan raajota warra saba koo karaa irraa jalʼisan+Warra yeroo ilkaan isaaniitiin waa ciniinanitti,*+ ‘Nagaa dha!’ jedhanii labsan,+Nama afaan isaanii keessa homaa hin keenye irratti immoo waraana labsaniin* akkana jedha:
5 Yihowaan raajota warra saba koo karaa irraa jalʼisan+Warra yeroo ilkaan isaaniitiin waa ciniinanitti,*+ ‘Nagaa dha!’ jedhanii labsan,+Nama afaan isaanii keessa homaa hin keenye irratti immoo waraana labsaniin* akkana jedha: