-
2 Seenaa Baraa 18:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yeroo kanatti Zedeeqiyaan ilmi Kenaʼaanaa ofii isaatiif gaanfota sibiilaa hojjetee akkana jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Hamma isaan balleessitutti wantoota kanaan warra Sooriyaa ni waraanta.’”*
-