1 Seenaa Baraa 22:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sana booda Daawit namoonni biyya ormaa+ warri biyya Israaʼel keessa turan akka walitti qabaman ajaje; achiis ijaarsa mana Waaqa dhugaatiif dhagaa akka muranii fi akka bifa itti baasaniif warra dhagaa bocan godhee isaan ramade.+
2 Sana booda Daawit namoonni biyya ormaa+ warri biyya Israaʼel keessa turan akka walitti qabaman ajaje; achiis ijaarsa mana Waaqa dhugaatiif dhagaa akka muranii fi akka bifa itti baasaniif warra dhagaa bocan godhee isaan ramade.+