2 Seenaa Baraa 16:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yeroo kanatti Hanaaniin+ inni mulʼata argu gara Aasaa mootii Yihudaa dhufee akkana isaan jedhe: “Ati Waaqa kee Yihowaatti amanamuu* dhiistee, mootii Sooriyaatti waan amanamteef,* raayyaan waraanaa mootii Sooriyaa si harkaa miliqeera.+
7 Yeroo kanatti Hanaaniin+ inni mulʼata argu gara Aasaa mootii Yihudaa dhufee akkana isaan jedhe: “Ati Waaqa kee Yihowaatti amanamuu* dhiistee, mootii Sooriyaatti waan amanamteef,* raayyaan waraanaa mootii Sooriyaa si harkaa miliqeera.+