-
1 Mootota 14:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yeroo sanatti Abiyaan ilmi Yeroboʼaam ni dhukkubsate.
-
-
1 Mootota 14:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Maatii Yeroboʼaam keessaa bakka awwaalaatti kan awwaalamu isa qofa waan taʼeef, guutummaan Israaʼel booʼee isa ni awwaala; sababiin isaas, mana Yeroboʼaam keessaa Yihowaan Waaqni Israaʼel wanta gaarii kan keessatti argate isa qofa dha.
-