-
2 Seenaa Baraa 15:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Aasaanis jechoota kanaa fi raajii Odeed raajichi dubbate akkuma dhagaʼeen ija jabina ni argate; biyya Yihudaa fi Biiniyaam hundumaa, akkasumas magaalota warra naannoo gaarotaa Efreem irraa fudhate keessaa waaqolii tolfamoo balfamoo taʼan ni balleesse;+ iddoo aarsaa Yihowaa isa barandaa mana Yihowaa dura tures ni haaresse.+
-