LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 11:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ani si irratti cubbuu hin raawwanne; ati garuu na waraanuuf kaʼuun kee sirrii miti. Yihowaan inni Abbaa Murtii taʼe+ harʼa saba Israaʼelii fi saba Amoon gidduutti murtii haa kennu.’”

      28 Mootiin Amoonotaa garuu dhaamsa Yiftaan isatti erge hin dhageenye.

  • Faarfannaa 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin kaʼi;

      Aarii diinota koo irrattis kaʼi;+

      Naaf dammaqi, haqnis akka raawwatamu ajaji.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi