Isaayyaas 30:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan, Inni Qulqulluun kan Israaʼel,“Isin gara kootti deebiʼuu fi boqochuudhaan ni ooltu;Tasgabbaaʼuu fi anatti amanamuudhaanis jabina ni argattu”+ jedha. Isin garuu tole hin jenne.+
15 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan, Inni Qulqulluun kan Israaʼel,“Isin gara kootti deebiʼuu fi boqochuudhaan ni ooltu;Tasgabbaaʼuu fi anatti amanamuudhaanis jabina ni argattu”+ jedha. Isin garuu tole hin jenne.+