LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 7:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Namoonni 300n sunis xurumbaa afuufuu isaanii ittuma fufan; Yihowaanis guutummaa buufatichaa keessatti inni tokko isa kan biraa irratti goraadee akka kaasu godhe;+ raayyaan waraanaa sunis gara Zereraatti qajeeluudhaan hamma Beet Shitaatti, hamma qarqara Abeel Meholaa+ ishii Xaabaat biratti argamtuutti ni baqate.

  • 1 Saamuʼel 14:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, Saaʼolii fi namoonni hundi walitti qabamanii gara dirree waraanichaa dhaqan; yeroo kanatti Filisxeemonni walitti garagalanii goraadee isaaniitiin utuu wal rukutanii argan; jeequmsi sunis baayʼee guddaa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi