14 Yihowaanis Museedhaan, “‘Ani yaadannoo Amaaleq samii jalaa guutummaatti haxaaʼee nan balleessa’+ jedhiitii akka yaadannootti kitaaba keessatti barreessi, Iyyaasuuttis himi” jedhe. 15 Achiis Museen iddoo aarsaa tokko ni ijaare; maqaa isaas Yihowaa Nissi jedhee moggaase;