LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Gaaf tokko Akaaziyaan kutaa isaa isa baaxii irraa isa Samaariyaa keessatti argamu irraa karaa ittisa foddaa kufee miidhame. Kanaafuu inni, “Dhaqaatii, miidhama kana irraa akkan fayyuu fi akkan hin fayyine Baʼaal Zebuub waaqa Eqrooniin+ naa gaafadhaa” jedhee ergamtoota isaa erge.+

  • 2 Mootota 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis Eeliyaas mootichaan akkana jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Baʼaal Zebuub waaqa Eqrooniin+ gaafachuuf ergamtoota ergiteetta. Kana kan goote Israaʼel keessa Waaqni waan hin jirreefii?+ Ati dubbii isaa maaliif hin gaafanne? Kanaafuu, ati siree irra ciisaa jirtu irraa hin kaatu; dhugumaan ni duuta.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi