-
1 Mootota 10:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Mootichi dooniiwwan Tarshiish+ warra dooniiwwan Hiiraamii wajjin galaanicha irra deeman qaba ture. Dooniiwwan Tarshiish waggaa sadiitti siʼa tokko warqii, meetii, ilka arbaa,+ qamaleewwanii fi xaawusoota* feʼanii dhufu turan.
23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.
-