LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 9:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sana booda gara mana abbaa isaa isa Ofraatti+ argamuu dhaqee ilmaan Yerubaʼaal 70n warra obboloota isaa taʼan dhagaa tokko irratti ni ajjeese.+ Yootaam ilmi Yerubaʼaal inni quxisuu hundumaa taʼe dhokatee waan tureef, lubbuudhaan kan oole isa qofa dha.

      6 Achiis geggeessitoonni Sheekem hundii fi namoonni Beet Miiloo hundi walitti qabamanii, siidaa Sheekem keessatti argamuu fi muka guddaa sana bira jiru biratti Abimelekiin mootii godhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi