-
1 Mootota 6:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Girgiddaa manichaa isa keessaa saanqaa gaattiraatiin ni ijaare. Girgiddaa manichaa isa keessaa lafa manichaatii jalqabee hamma baattuuwwan koornisii isaatti saanqaadhaan ni uwwise; lafa manichaas saanqaa birbirsaatiin ni uwwise.+
-
-
1 Mootota 6:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Manicha guutummaatti warqiidhaan ni uwwise; guutummaa iddoo aarsaa+ isa kutaa isa keessaa bira jirus warqiidhaan ni uwwise.
-