LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 21:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis Yihowaan Filisxeemotaa*+ fi Araboota+ warra namoota Itoophiyaatti dhihoo jiran Yooraam irratti ni kakaase.+ 17 Kanaafuu, isaan Yihudaa ni weeraran; cabsanii seenuudhaanis qabeenya mana mootichaa keessatti argame hundumaa,+ akkasumas ilmaan isaa fi haadhotii manaa isaa ni fudhatan; kan isaaf hafe ilma isaa isa quxisuu kan taʼe Yehoʼahaaz*+ qofa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi