LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 22:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mootiin Israaʼelis tajaajiltoota isaatiin, “Raamot Giiliyaad+ kan keenya taʼuu ishii beektuu? Nuti garuu mootii Sooriyaa irraa deebisnee fudhachuuf mamaa jirra” jedhe.

  • 2 Seenaa Baraa 18:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis gara mootichaatti seene; mootichis, “Mikaayaa, Raamot Giiliyaadiin waraanuuf dhaqu moo dhiisu?” jedhee isa gaafate. Innis yeruma sana, “Dhaqaa; milkaaʼina ni argattu; isaan harka keessanitti dabarfamanii ni kennamu” jedhee isaaf deebise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi