-
2 Mootota 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yooraam madaaʼee achi ciisaa waan tureef, Yehuun gaarii fardaa isaa yaabbatee gara Yezriʼel deeme; Akaaziyaan mootiin Yihudaa immoo Yooraamiin gaafachuuf achitti gad buʼee ture.
-