LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 9:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, Yehuun kaʼee gara manaatti seene; tajaajilaan sunis zayiticha mataa isaa irratti dhangalaasee akkana isaan jedhe: “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Ani saba Yihowaa irratti, jechuunis Israaʼel irratti mootii godhee si dibeera.+ 7 Ati mana Ahaab gooftaa keetii ni rukutta; ani dhiiga tajaajiltoota kootii warra raajota taʼanii fi tajaajiltoota Yihowaa warra harka Iizaabel irratti duʼan hundumaatiif haaloo nan baʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi