-
2 Mootota 9:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Akaaziyaan+ mootiin Yihudaa wanta raawwatamaa jiru yommuu argu, karaa mana biqiltuu baʼee baqate. (Boodas Yehuun isa duukaa buʼee, “Isas ajjeesaa!” jedhe. Kanaafuu, isaan utuu inni karaa gara Guur ishii Yibleʼaam+ biratti argamtutti geessuun ol baʼaa jiruu gaarii fardaa keessatti isa madeessan. Inni garuu gara Megidootti baqatee achitti duʼe. 28 Achiis tajaajiltoonni isaa gaarii fardaatti feʼanii gara Yerusaalemitti isa geessan; abbootii isaa wajjinis Magaalaa Daawit+ keessatti bakka awwaalaa isaatti isa awwaalan.
-