23 Waggaa torbaffaatti Yehoyaadaan ija jabinaan tarkaanfii fudhatee ajajjoota dhibbaa,+ jechuunis Azaariyaa ilma Yerohaam, Ishmaaʼel ilma Yehohaanaan, Azaariyaa ilma Yoobeed, Maaʼaaseyaa ilma Adaayaa fi Elishaafaax ilma Zikrii wajjin walii galtee godhe.