-
1 Seenaa Baraa 29:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Mana Waaqa kootiif wanta warqiidhaan hojjetamuuf warqii, wanta meetiidhaan hojjetamuuf meetii, wanta sibiila diimaadhaan hojjetamuuf sibiila diimaa, wanta sibiilaan hojjetamuuf+ sibiila, wanta saanqaadhaan hojjetamuuf saanqaa,+ dhagoota oniiksii,* dhagoota leeleedhaan* maxxanfaman, dhagoota xixinnoo halluu adda addaa qabanii fi waa miidhagsuuf oolan, dhagoota gatii guddaa qaban garaa garaa fi dhagoota albaasxiroosii baayʼinaan qopheessuuf carraaqqii cimaa godheera.
-