-
1 Seenaa Baraa 23:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Hojiin isaaniis mooraawwan+ sana irratti, kutaawwan nyaataa irratti, wanta qulqulluu taʼe hunda qulqulleessuu irrattii fi hojii tajaajila mana Waaqa dhugaa keessatti barbaachisu kam iyyuu irratti itti gaafatamummaa fudhatanii tajaajila mana Yihowaa keessatti raawwatamu irratti ilmaan Aaron+ gargaaruu ture.
-
-
1 Seenaa Baraa 23:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Kana malees, isaan dunkaana walgaʼii, iddoo qulqulluu fi ilmaan Aaron warra mana Yihowaa keessatti tajaajilanii fi obboloota isaanii taʼan ilaalchisee itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu turan.
-