LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 11:9-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ajajjoonni dhibbaa+ sunis akkuma Yehoyaadaan lubichi isaan ajaje godhan. Kanaafuu, tokkoon tokkoon isaanii namoota isaanii warra guyyaa Sanbataatti hojii galanii fi warra guyyaa Sanbataatti hojii irraa bilisa taʼan fudhatanii gara Yehoyaadaa lubichaatti seenan.+ 10 Achiis lubichi eeboowwanii fi gaachanoota mana Yihowaa keessa turanii fi kan Daawit Mootichaa taʼan ajajjoota dhibbaatiif ni kenne. 11 Eegdonni mana mootummaa+ sunis tokkoon tokkoon isaanii meeshaawwan waraanaa isaanii harkatti qabatanii, manicha irraa gara mirgaatii jalqabee hamma manicha irraa gara bitaatti, iddoo aarsaa+ birattii fi manicha biratti mootichatti marsanii dhaabbatanii turan. 12 Achiis Yehoyaadaan ilma mootichaa+ gad baasee gonfoo fi Dhugaa Baatuu*+ sana isa irra kaaʼe; isaanis mootii isa godhan; akkasumas isa diban. Harka isaanii walitti rukutaniis, “Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi