-
1 Seenaa Baraa 23:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Isaan Yihowaa galateeffachuu fi jajachuuf ganama ganamaa+ fi galgala galgala ni dhaabbatu turan.+ 31 Isaan lakkoofsa isaanii ilaalchisee akka seerri ajajutti, guyyoota Sanbataatti,+ guyyoota baatiiwwan haaraattii+ fi waqtiilee ayyaanaatti+ yeroo aarsaan gubamu Yihowaadhaaf dhihaatu hundatti isaaniin ni gargaaru turan; kanas yeroo hunda Yihowaa duratti ni raawwatu turan.
-