9 Ajajjoonni dhibbaa+ sunis akkuma Yehoyaadaan lubichi isaan ajaje godhan. Kanaafuu, tokkoon tokkoon isaanii namoota isaanii warra guyyaa Sanbataatti hojii galanii fi warra guyyaa Sanbataatti hojii irraa bilisa taʼan fudhatanii gara Yehoyaadaa lubichaatti seenan.+