1 Mootota 7:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kana malees, inni Galma* Teessoo+ bakka itti murtii kennu, jechuunis Galma Murtii+ ni ijaare; isaanis lafa isaatii jalqabee hamma baattuuwwan baaxii isaatti saanqaa gaattiraatiin galmicha ni uwwisan.
7 Kana malees, inni Galma* Teessoo+ bakka itti murtii kennu, jechuunis Galma Murtii+ ni ijaare; isaanis lafa isaatii jalqabee hamma baattuuwwan baaxii isaatti saanqaa gaattiraatiin galmicha ni uwwisan.