7 Kanaafuu Yoʼaas Mootichi, Yehoyaadaa+ lubichaa fi luboota kaan waamee, “Manicha bakka miidhame maaliif hin haaressine? Kanaafuu, manicha haaressuuf hin oolu taanaan, namoota maallaqa kennan irraa kana booda maallaqa hin fudhatinaa” isaaniin jedhe.+