LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kana malees, ani qaama dhiiga lubbuu keessanii dhangalaasu kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha. Uumama jiraataa kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha; akkasumas nama kam iyyuu lubbuu obboleessa isaatiif itti gaafatamaa nan godha.+

  • Faarfannaa 94:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 94 Waaqa haaloo baʼu kan taate yaa Yihowaa,+

      Ati Waaqni haaloo baatu, ifa kee ibsi!

  • Ermiyaas 11:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;

      Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+

      Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,

      Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.

  • Ibroota 10:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Nuti Waaqa isa, “Haaloo baʼuun kan koo ti; ani deebisee nan kaffala” jedhe beekna. Akkasumas, “Yihowaan* saba isaatiif murtii ni kenna.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi