-
2 Seenaa Baraa 24:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yehoyaadaan erga duʼee booda, bulchitoonni Yihudaa dhufanii mootichaaf ni sagadan; mootichis isaan ni dhagaʼe. 18 Isaan mana Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼe sanaa dhiisanii utubaawwan waaqeffannaa* fi waaqolii tolfamoo tajaajiluu jalqaban; yakka isaaniitiin kan kaʼes, Yihudaa fi Yerusaalem irratti dheekkamsi Waaqayyoo ni dhufe.*
-