-
2 Seenaa Baraa 24:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Warri ol aantummaadhaan hojicha toʼatanis hojicha ni jalqaban; hojiin haaressuu sunis qajeelfama isaan kennaniin hojjetamuu isaa itti fufe; isaanis mana Waaqa dhugaa akkuma duraan turetti ni deebisan, akkasumas ni cimsan.
-