2 Seenaa Baraa 25:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yeroo kanatti Amaaziyaan nama Waaqa dhugaa sanaan, “Garuu taalaantiin 100 inni ani loltoota Israaʼeliif kenne hoo akkam taʼa?” jedhe. Namni Waaqa dhugaa sunis deebisee, “Yihowaan wanta kana irra baayʼee caalu siif kennuu ni dandaʼa” isaan jedhe.+
9 Yeroo kanatti Amaaziyaan nama Waaqa dhugaa sanaan, “Garuu taalaantiin 100 inni ani loltoota Israaʼeliif kenne hoo akkam taʼa?” jedhe. Namni Waaqa dhugaa sunis deebisee, “Yihowaan wanta kana irra baayʼee caalu siif kennuu ni dandaʼa” isaan jedhe.+