LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 14:8-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Amaaziyaan Yoʼaas ilma Yehoʼahaaz ilma Yehuu isa mootii Israaʼel taʼetti namoota ergee, “Kottu, wal haa lollu”* isaan jedhe.+ 9 Yoʼaas mootiin Israaʼel immoo gara Amaaziyaa mootii Yihudaatti akkana jedhee dhaamsa erge: “Qoreen Libaanon keessatti argamu, ‘Intala tee ilma kootti heerumsiisi’ jedhee gara gaattiraa Libaanon keessatti argamuutti dhaamsa erge. Haa taʼu malee, bineensi bosonaa Libaanon tokko utuu achiin darbuu qoree sana irra ejjete. 10 Dhugaa dha, Edoomiin rukutteetta;+ kanaan kan kaʼes of tuulteetta. Ulfina argattetti gammadi; garuu manuma* kee keessa taaʼi. Maaliif badiisaa fi kufaatii ofitti kakaastee, Yihudaan sii wajjin akka kuftu goota?”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi