-
2 Seenaa Baraa 11:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Rooboʼaamis Yerusaalem keessa jiraachaa, Yihudaa keessatti magaalota dallaa dhagaa qaban ni ijaare.
-
-
2 Seenaa Baraa 11:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 akkasumas, inni magaalota adda addaa hundumaa keessatti gaachanoota guguddaa fi eeboowwan walitti ni qabe; magaalota kanas akka malee ni cimse. Yihudaa fi Biiniyaamiin bulchuu isaas itti fufe.
-